|
|
comments (0)
|
Amajjiin 1, Guyyaan WBO, Daabliinitti haala oo’aadhaan kabajamee jira
Miseensotni Hawaasa Oromoo Ayerlaand, akkuma yeroo biraa, bara kanas Amajjii 1 bara 2013, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) haala oo’aa ta’een kabajanii jiru. Ayyaanni kun, akka aadaa Oromootti eebba maanguddootiin erga baname booda, Obboo Dibaabaa Hirphaa, Amajjiin 1, Guyyaan WBO maaliif akka ayyaaneffatam...
Read Full Post »|
|
comments (3)
|
Guyyaan Aadaa Oromoo Dabliin/Ayerlaanditti haala oo’aadhaan ayyaaneffatame
Waldaan Hawaasa Oromoo Ayerlaand (WHOAn) waggaa waggaadhaan guyyaa aadaa Oromoo Adoolessa keessa ayyaaneffata. Ayyaanni bara kanaa (2012) isa sadaffaa yoo ta’u, haala adda ta’een Adoolessa 14 kabajame. Sababoota ayyaana baranaa adda taasisan keessa inni tokko fi hangafti, namootni hedduun, kan naannoolee Oromiyaa gara...
Read Full Post »|
|
comments (0)
|
The success of Oromo Cultural Exhibitions and Presentation on Africa Day 2012 in Dublin
Association of Oromo Community in Ireland (AOCI) was established in 2006 as a non-profiting organization and registered in the Republic of Ireland. The general objective of the organization is to promote integration and encourage the Oromo residing in Ireland as well as new comers to be self supporting and integrating with the native community. Beyo...
Read Full Post »|
|
comments (1)
|
Africa Day celebration event in Ireland made it clear for many that Ethiopia is not Oromia and Oromia is not Ethiopia.
Read Full Post »
|
|
comments (10)
|
Guyyaa Gootota Oromoo: Ibsa ejjannoo Waldaa Hawaasa Oromoo Ayerlaand (WHOA)
Waldaan Hawaasa Oromoo Ayerlaand (WHOAn) Ebla 15, guyyaa gootota Oromoo yeroo jalqabaatiif sirna oo’aadhaan ayyaaneffate. Miseensotni WHOA guyyaa seena qabeessa kana walitti dhufuudhaan waayee uummata Oromoo fi qabsoo bilisummaa isaa bal’inaan mari’atanii jiru. Marii kana keessatti dhimmoota irratti haasa’aman keessa inni hangafti haala...
Read Full Post »|
|
comments (1)
|
On 24th of March 2012, AOCI held one day training and workshop for its members. This training and workshop was the first of its kind since the establishment of the organization and covered many different themes about organizational development. Among other things, the day was structured around the four dimensions of an organisation.
• Vision/Value/Mission
...
Read Full Post »|
|
comments (1)
|