| United Oromo Community in Yemen |
|
Member Joined Jun 24 2012
Actions
General Info
24 years old Oromo Refugees in Yemen
Site Memberships
|
Recent Activity
About Me
Akeekni Marsaa kanaa haala baqattoota Oromoo biyya Yaman seenani jala bu'ee hordufuun ni maxxansa.Akkasuma Kanneen yeroo dheeraa gaaffii miragaa waan gaafataniif rakkoof saaxilaman haasofsiisee yaada isaanii maxxansa. Walumaa gala dhiibbaa biyya baqatanitti baqattoota irra ga'uu fi lukkeelee basaasoota mootummaa wayyaaneetiin miidhaa raaw'atamu hordofee gurra hawaasa addunyaa buusa.Sagalee baqattoota Oromoo ti !!! Post a CommentOops!The words you entered did not match the given text. Please try again. 3 Comments
Hello.
my name is Love i saw your profile today at and i became interested in you and i will like to know more about you and if you can mail an email to my mail address i will give you my picture.here is my mail address (Lovehigo@hotmail.com ) hope we can move from here.waiting for your mail to my mail address above. Love Please reply me back at this email address (Lovehigo@hotmail.com
From: Ethiopian (Oromo) Refugees
Community In Aden- Republic Of Yemen. To: Dr. Rebekal Roberts Subject: Seeking for solution because of suffering a long term under variable persecution in Yemen. First, Our deepest gratitude for your humanitarian and for visiting us under this agonizing treatments. And we very much hope for you to be willing to get us rid of it. His/her Excellence We fled our home country to save our lives due to gross human rights abuses by the authority now in power which uses to persecute (Silently Killing, disappearing, imprisoning under brutal tortures? and other cruel systems of persecutions like starving eat) against the Oromo ethnic peoples because of political opinions? We reached to Yemen by chance to seek for safety. but we are being persecuted almost 15 years as if we are under influence of the Ethiopian authorities. This is emanating from the two countries? Political co-operation. So that, the abusive policies of the Ethiopian authority in cooperating with the Yemeni Peoples, Securities including National Committee for Refugee Affairs are using to persecute and threaten our lives. Our refugees, on their arrival to the Yemeni seacoast , they get chased just like the hunting by the Yemeni Smugglers for exploitation with very cruel treatments. Lots were being died and lost including a great number whom their body parts are lost or damaged. This is a wide range of action that comprises all the Ethiopian refugees in particular. We are presently vulnerable to harassments, Extortion and attempts of killing or abducting, by the peoples and they have international malice and hostility. Although our life in Yemen is absolute difficult circumstance, but now it has been worsened much more because we have been restricted and confined with fear of being harmed. This my expose many people to comply with unwanted elements. How could our life be possible whereas this persecutions are done against us? We are in need for your help to get us rid of this situation Leader Of The Oromo Refugees Community in Aden,Yemen. Mr.AHMED KAMAL ABDULLAH. May: 28/2012
Iyyannoo Nuuf Dirmadhaa,Baqattoota Oromoo Adan,Yaman:
Nuti baqattoonni Oromoo Adan,Yaman jiraannu haala akkaan rakkisaa keessatti argamna.Kanas barruu gabaabaan akka itti aanutti dhiheessina. Baqattoonni Oromoo erga baqattummaan magaalaa Aden fi naannoo ishii qubachuu eegallee waggoota hedduu lakkoofsinee jirra.Bara 1995 irraa kaasee bu?aa bahii hedduu keessa qaxxaa murree har?a geenye?. Haala Jireenyaa:-Akkuma beekamuu fi quba qabdan Yaman keessatti jireenyi baqattoota Oromo balaaf saaxilamaa dha.Haalli qilleensaa Aden baay?ee ho?aa dha.Dalagaan hin jiru;filmaatni waan hin jirreef, Dhagaa,Biyyee silaa Wiinchiin Fooqii gubbaatti guuruun ijoollee fi lubbuun teenya akka hin dabarreef ittiin of tin?isaa turre. Kun osoo Yaman Jeequmsa siyaasaan hin boora?inii dha. Amma sunuu hin jiru. Gama waajjira UNHCRn tajaajilli fayyaa fi hawaasummaa baqataa Adaniif hin kennamu.Baqataan Maandeetii of danda?uu qaba jechuun namni qoonqoo fi wal?aansa dhabuun dhumutti jira.Rakkoo kana akka baqataatti UNHCR ttis dhiheessinee of danda?aa malee deebii tokko illee dhabnee jirra.Waggoota dheeraa jiraanne kana keessatti waa?een biyya 3ffaa nu qubsiisuu gaafannus hanga ammaatti wanti jedhame tokko illee hin jiru. Akka kanaan nuhii jiraatuu,Aden waan afaan galaanaa taateef, Miidhamtoonni baqataa Oromoo hedduun kan Yamanootaan gudeedaman dhiraa fi dhalaan,Akkasumas kan rukutaman qaamaa miidhaman guyyaa irraa nutti dhufan.Nutis yoo waliin gadduu fi booyuu tahe malee wanni qabachuufii dandeenyu murtaawaa dha.Kaanaaf gama kanaan Yamanootaan baqataa haaraa fi yeroo dheeraa jiraatu irratti waan raaw?atamu dubbachuu fi barreessuun iyyuu nama suukanneessa.Kun Hawaasa Oromoo fi Addunyaa jalaas dhakaa miti... Waa?ee kanaa akki jennee dubbannuu fi ibsnu nu rakkisa.Kanaafuu suuraaleen ofii of haa ibsan;jennee suuraalee???????????????? Akka itti aanutti dhiheessina:- Obboo Mahammad Ahmad Yuusuf Wallo,Sambatee,June 13/06/201 Yamanoota daldala ilama namaa irratti bobba?aniin akkana tahe. Baabalmandabitti.Reebichaa mormatti cabsan,Feestaala qabsiisanii qaama isaa irratti coccobsanii yeroo of wallaale;fuudhanii achi of irraa fageessanii dirreetti darbatan.Akka kanaan namni argee gara mana yalaa JUMHURIYYAA , Aden jiru fidanii amma du?aa fi jireenya gidduu jira.Wal?aansas gahaa dhabuun haala suukanneessaa kee jira Obboo Nasraddiin Abdussabuur Amiin Usmaan,Harargee,Aanaa Malkaa Bal?oo,Yoo tahu haadha warraa waliin balaan kun isa mudate. Isaa fi Haadha manaa isaa Aaddee Dastuu Aliyyi Muhammad Kabiiraa gidduu $ 500 USD.Gaafatamanii dhabanaan,Haaluma wal fakkaataan Baabalmandabitti Lammiilee Yamaniin miidhaan qaamaa kun irra gahe.Uleen laaffisanii,Hadiidaanis harka cabsan.Of waallaalcisanii fidanii qarqara magaalaa Adenitti darbatan.Achii namni karaa deemu argee nutti fide.Aaddee Dastuu Aliyyii hanga ammaatti du?aa fi jireenyi ishii hin beekamne. BABAL MENDEB Nasrddiin Abadussabuur Ibraahim Sheek Saanii.Arsii Kanneen bifa wal fakkaataan miidhamanii wal?aansa dhaban:-- Rakaa?ib Kadir Abbaa Simboo,Naannoo Jimmaa Obboo Kamaal Sheek Shamsii Arsii,Aanaa Jajuu ti. OROMO REFUGEES IN ADEN,REPUBLIC OF YEMEN JUNE,17/2012 Walumaa gala haalli jireenya baqattoota Oromoo Aden,AL-Kharaz fi Sana?aa qubsaan adda tahus rakkinni fi dararamni suukanneessaan dhala Oromoo irratti raaw?atamu wal fakkaataa dha.Oromoo tahuu keenyatu cubbuu tahe.Baqataan biraa mirgaa fi nageenyi isaa ni tikfama.Wanni biraa hafee kaartoonatti illee hin lakkaawwamnu. Baqataan Oromoo,Baqataa somaaleetiin illee Oromoon waraabessa nama nyaatu jedhamnee;baatii/ji?a 3f oliif Aden keessatti ijoolleen oromoo yeroo balbala manaa gadi bahuu hanqattetu jira.Himannus, Himannaan keenya mootummaa fi NGO as keessa jiraniin deebisaan nuuf hin godhamu.Maalif akka tahe nuuf hin galu. Xumura:- Yaa lammii Oromo ala kana jirtan nu dhaqqabaa isiniin jenna.Nuti fira biraa itti iyyannu hin qabnu.Waan taheef kan miidhamee fi hin midhamin illee wal qixa waan taaneef isinitti iyyanne.Miidhamtoota keenya kana wal?aansa gahaa dhabanii rakkachaa jiran kanaaf dirmadhaa???...Oromoon wal malee fira hin qabnu.Karaa dandeessan hundaan furmaata nuuf soqaa?Iyyannoo keenya gurra hawaasa addunyaa fi jaarmayaalee mirga dhala namaatiif falmaniin nuuf gahaa;?Nuuf iyyaa?iyya dabarsaa????Haala rakkina kana keessaa itti baanuun mala nuuf dhawaa ! Baqattoota Oromo Aden,Yemen. Waxbajjii,17/2012 |
Oops!
Oops, you forgot something.